Itoophiyaatti torban lamaan darban keessa lakkoofsi gaazexeessitootaa fi ogeeyyii miidiyaa humnoota nageenyaatiin to'annoo jala oolanii 18 gahuu Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa beeksise.
Ibsa waa'ee suuraa, BBC'n qorannoo kanaan miseensota 'raayyaa miidiyaa' jedhamaniif qabiyyeen qophaa'ee akka qoodamuuf bira gaheera, dhaabi biyya bulchu garuu ni waakkate 19 Ebla 2024 Miseensonni ...